Guyyaa harraa (11/11/2017/Manni barumsaa sadarkaa 2ffaa Janaraal Waaqoo Guutuu hooggansa olaanaa bulchiinsa magaalaa Finfinneefi Kutaa magaalaa kolfee qaraaniyootin bifa hoo'aa ta'een eebbifameera. Eebba ijaarsa daree barnootaa xummuuramee eebbifame kanatti hawaasni mana barumsaa hundi baga gammaddan jenna.